Oduu gammachiisa

ODUU GAMMACHIISAA..

Miseensootaa fi hordoftoota fuula Qoraasuma Jaalalaa, haaloota tokko tokoon yeroo dheeraaf gargar citee kan ture tajaajilli fuula keenyaa yeroo gabaabaa booda bifa addaatiin sagantaa isaa fooyyeessee barruu madditti dabalataan tajaajila viidiyoo fi sagaleeniis isiniif dhiheessuuf qophaa'aa jira. Haala gaariin isinilleen akka nu eeggattan jechaa yaada keessanillee akka nuuf qooddan kabajaan isin gaafanna. Fedhii qabaattan taanaan 'Share, like, comment' godhuun fedhii keessan nuuf ibsaa.

Galatoomaa!
#Qoraasuma_Jaalalaa.

Comments

Popular posts from this blog

#ODEEFFANNOO_GAARII Of baruu barbanaan dubbisii Hortee ummata Oromootii Hanga Adem Biyyeetti

WALALOO HIRIYAA GANTUU

Gareewwan jejechoota afaan oromo

EEBBA OROMO CIIDHA

Seer_luga afaan oromoo

EEBBA OROMO TUULAMAA

JECHAMOOTA JAALALAA

SEENAA HORTEE OROMO MAGAALAA FINFINNEE SEENAA HUNDEFFAMMA MAGAALAA FINFINNEE

EEBBA OROMOOTTAA GUJJII ,,MACCAA, KARRAYYUU,, ARSII,,,__//..

Walaloo shaggooyyee