Oromoota Beekkamoo

Oromoota Beekkamoo!!
Dr Gammachuu Magarsaa-ayyuu seena Afiriikaa Bahaa kan galmee dinqisiisoo addunyarratti galmaa'ee jiru. Amaan Hedatoo - political activist and new singer
Dr.sheikh Mohammedrashad Abdulle Abbaa qubee afaan oromoo
Sheikh Bakri Sapaloobarreessaa fi hayyuu oromoo

Abbabaa Abbishuu - sabboonaa Oromoo fi weellisaa beekkamaa
Abbaas Hajii Ganamoo - Pirofeesara Yuunivarsiitii Toroontoo, Barreessaa seenaa waa'ee ummata Arsii barreesse
Mootii Abbaa Jifaar II - Jimmaa fi naannoo ( gibee shanan ) bulchaa ture.
mootii kumsaa morodaa,bulchaa leeqaa naqamtee ture,
Abdiisaa Aagaa - loltuu Xaaliyaaniin lolaa turee fi yeroo Waraana Addunyaa II hoogganaa loltoota paartisaanii
Jaarraa Abbaa Gadaa - Hundeessitooota ABO keessaa isa tokko kan ta'ee fi hoogganaa dhaaba 'Adda Oromiyaa Dimokiraasoftuu'
Abbaa Magarsaa Badhaasaa Abune Petros gaggeessaa phaaphaasii (bishop) mana amantaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa fi goota bara Xaaliyaanii
Dr. Alii Birraa weellisaa hangafaa fi sabboonaa
Dr. Abdulsamad Mahaammad - barreessaa seerluga Afaan Oromoo fi seerluga Oromoorratti nama beekaa
Raas Abbabaa Aragaay - Jeneraala qubattoota Xaaliyaanii lolan (1930 keessa)
Abbabaa Biqilaa - Olimpikii irratti Afrikaa fi Itoophiyaa keessaa madaaliyaa warqee badhaafamuun kan jalqabaa (maraatoonii miila duwwaa
Taaddasaa Birruu Abbaa sabboonummaa Oromoo Neelsan Maandellaa Nelso Mandella kan leenjise.
Jawaar Mahaammad Xiinxalaa siyaasaa beekamaa fi daarekteera miidiyaa walabaa OMN
Dr. Mararaa Guddinaa Qabsaa'aa Oromoo, hayyuu siyaasaa, Yuniversiitii Finfinneetti barsiisaa saayinsii siyaasaa fi hoogganaa jaarmiyaa siyaasaa Koongiresii Federaalawaa Oromoo OFC
Dr. Mulaatuu Tashoomaa Wiirtuu pirezidaantii Itoophiyaa
Balaay Zallaqaa Qilxuu goota bara Xaaliyaanii
Dhabasa Wakjira Bara 1994-2004 Televizynii Itoophiyaa qophii Afaan Oromoo keessa hojjataa ture; bara 2004-2007 sababa Oromummaa isaatiin hidhame. Bara mana hidha akeessa turetti kitaaba amantii fi aadaa Oromoo-Daaniyaa barreessee akka maxxanfamu godhe. Yeroo ammaas mirga ummata Oromoo kabachiisuu fi qabsoo builisummaa Oromoo milkeessuu keessatti qooda fudhachuun dhimma ummata Oromoo beeksisaa fi babal'isaa jira. Haati warraa isaa Lalisee Wadaajoo Fidaa sababa Oromummaa ishiitiin bara 2009-2012tti hidhaa keessa turte. Yeroo ammaa biyya Australia jiru.
barsisaa Saamsoon ............ barsiisaa universiitii ASTU tti barsiisaa mechanics1 ykn statics ti.
Abiishee Garbaa.... goota baddaa horrooti.
Lammaa Magarsa

Comments

Popular posts from this blog

#ODEEFFANNOO_GAARII Of baruu barbanaan dubbisii Hortee ummata Oromootii Hanga Adem Biyyeetti

WALALOO HIRIYAA GANTUU

Gareewwan jejechoota afaan oromo

EEBBA OROMO CIIDHA

Seer_luga afaan oromoo

EEBBA OROMO TUULAMAA

JECHAMOOTA JAALALAA

SEENAA HORTEE OROMO MAGAALAA FINFINNEE SEENAA HUNDEFFAMMA MAGAALAA FINFINNEE

EEBBA OROMOOTTAA GUJJII ,,MACCAA, KARRAYYUU,, ARSII,,,__//..

Walaloo shaggooyyee