JECHAMOOTA JAALALAA
JECHAMOOTA JAALALAA.
∆ Addunyaa kana irratti kan dhalanneef jaalachuufi, ykn jaalalaan jiraachuufi. Jaalalti bu'ura jalqaba lubbuu teenyaati. Jaalalti goolabbii jireenya keenyaatiis." Benjaamin Desraa'el.
∆ "Nama jaalannu irraa iddoo itti boqonnu gaafa argannu, namoonni nu jaalatan ammoo onnee keenya keessa akka qubatan hayyamnaaf." Seenti Barnaardi
∆ "Ogummaa fi mala jaalalaa beekanii jaalachuu wanti gahaa hin jiru. Waan tokko jaalachuu dhabuu irra garuu osoo hin beeknees tahu jaalachuutu filatama" Wiiliyaam Eelviis
Maddi: Fuula Hayyoota Jaalalaa irraa

Comments
Post a Comment