MAKMAASSA OROMOO
MAKMAASSA BY MADDAA WALAABUU PRESS Kaayyoon fuula kana MAKMAASSA OROMOO wali yaadachiisuu dha Sareen gadheen yoo diinni dhufee foon tortore itti darbate ni biriifatti Titiisaa jedhanii farsoo hin lagatan Baraa sitti hammate kaa abba kee ajjesee walin nyaadhuu, ...