MARKIN LUTHER KING

Dr.Maartin Kingi,qabsaahaa mirga namaati. Bara nama gurraacha Amerikaa akka horii gabayaa baasanii gurguratanii mirga namummaallee dhowwantan qabdaahuuf jalqabe.Qabsoon isaa hardhallee qalbii nama miliyona hedduu keessa hin banne. Ganna 50n duratti Amerikaa godina Tenesiitti galfaatan.Du'uun duratti akkana jedhe "Guyyaa jajjabaatti nu dura jira wannii feetelleen jiraattu ani womaattu hin dabalu. Maan jennaan ani fiixee gaaraa gubbaa jira. Anilleen akkuma namaa lubbuu buluu fedha. Taatullee sunii jedhee hin wareeru. Hujuma waaqaa qofa hojjachuu fedha.Akka ani fiixee gaaraatti bahee kooffee gadi laalu na tolche.Kooffee suni gadi laalee lafa waaqii naa kenne arge.Waliin lafa sun hin geennu fa taaana. Taatullee akka gumiitti lafa waaqii nuu qoode sun hinuma geenna.”https://bit.ly/2Jm0Oei #Dr.King #USA #Africanamerican

Comments

Popular posts from this blog

#ODEEFFANNOO_GAARII Of baruu barbanaan dubbisii Hortee ummata Oromootii Hanga Adem Biyyeetti

WALALOO HIRIYAA GANTUU

Gareewwan jejechoota afaan oromo

EEBBA OROMO CIIDHA

Seer_luga afaan oromoo

EEBBA OROMO TUULAMAA

JECHAMOOTA JAALALAA

SEENAA HORTEE OROMO MAGAALAA FINFINNEE SEENAA HUNDEFFAMMA MAGAALAA FINFINNEE

EEBBA OROMOOTTAA GUJJII ,,MACCAA, KARRAYYUU,, ARSII,,,__//..

Walaloo shaggooyyee