#ODEEFFANNOO_GAARII Of baruu barbanaan dubbisii Hortee ummata Oromootii Hanga Adem Biyyeetti
#ODEEFFANNOO_GAARII Of baruu barbanaan dubbisii Hortee ummata Oromootii Hanga Adem Biyyeetti ===================== Booranii kaa Oromoti Oromoon kaa xaboti Xaboo kaa waaqoti Waaqoo kaa dadhiti Dadhiin kaa uteeti Uteen kaa biteeti Bitee kaa waalabuti Waalabuu kaa jilichati Jilichi kaa daawaroti Dawaroo kaa hoofati Hoofaan kaa sharati Sharaan kaa haadiyati Haadiyaan kaa Rabati...